Kaabineen magaalaa Finfinnee ajandaa lama irratti murtoo dabarse

You are currently viewing Kaabineen magaalaa Finfinnee ajandaa lama irratti murtoo dabarse

AMN PLUS- Bitootessa 4/2018

Kaabineen magaalaa Finfinnee Walga’ii idilee 5ffaa taa’een ajandaalee lama irratti mari’achuun murtoo dabarseera.

Haaluma kanaan:-

1. Qorannoo Fooyyessa Faayidaa seeraa Abbootii Alangaa dhiyaaterratti mari’achuun murtoo dabarseera.

2. Gaaffii dhiyeessii lafa ijaarsa piroojektoota carraa hojii bal’aa uumuu danda’anii fi oomisha bakka bu’oorratti hojjetan dhiyeessanirratti mari’achuun akka raawwatamu murteessuu odeeffannoon Waajjira Kantiibaa irraa argame ni mul’isa. .

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply