Dursa Dubartootaaf- Ergaa Kantiibaa Adaanech Abeebee

You are currently viewing Dursa Dubartootaaf- Ergaa Kantiibaa Adaanech Abeebee

Dubartoonni ogummaan jiraatu, ofitti amanamummaan hojjetu, ofitti amanamummaan fiigu, ni danda’us. Hundi keenya harka walqabannee badhaadhina biyya keenyaa ni mirkaneessina!

Har’a fiigicha daandiirraa KM 5, dubartoota kuma 15 hirmaachise jalqabsiisneerra. Fiigicha Guddicha Itoophiyaatiin dorgommiin qophaa’e kun magaalaa keenya misooma kooriidariin miidhagee ammayyummaa uffate daandii Boolee-Atlaas-Uraa’el irratti bifa ho’aan gaggeeffameera.

Baga gammaddan! Hundi keessan injifattoota!

Uumaan Itoophiyaa fi uummatashee ha eebbisu!

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply