Misoomni Finfinnnee biyyoota Baha Afrikaaf fakkeenyaafi barumsa ta’a – Miseensota Paarlaamaa Ugaandaa

You are currently viewing Misoomni Finfinnnee biyyoota Baha Afrikaaf fakkeenyaafi barumsa ta’a – Miseensota Paarlaamaa Ugaandaa

AMN PLUS – Bitootessa 12/2018

Miseensotni Paarlaamaa Ugaandaa hojiilee misooma Koriidariifi qarqara laggeenii Finfinneetti hojjataman daawwataniiru.

Miseensotni paarlaamaa Ugaandaa sadii misooma Finfinneen gama maraan galmeessisaa jirtu daawwachuun muuxannoo gaarii gara biyya isaaniitti deebi’uun hojii irra oolchuu danda’an kan fudhatan ta’uu ibsaniiru.

Jijjiiramni bu’uuraa magaalaa Finfinneetti gama misoomaan argan kaka’umsa kan itti uume ta’uu eeruun “kunis biyyoota baha Afrikaaf fakkeenyaafi barumsa ta’a” jechuun ibsuu isaanii odeeffannoon Komiishinii Turizimii Finfinnee irraa argame ni mul’isa.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply