MM Abiyyi Ahimad Komishinara Walta’iinsa Idil Addunyaa Gamtaa Awurooppaa waliin Mari’atan

You are currently viewing MM Abiyyi Ahimad Komishinara Walta’iinsa Idil Addunyaa Gamtaa Awurooppaa waliin Mari’atan

AMN PLUS- Ebla 13/2018

Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad Komishinara Walta’iinsa Idil Addunyaa Gamtaa Awurooppaa Jooseef Sikaalaa waliin mari’ataniiru.

Dooktar Abiyyi Ahimad gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin, ergaa dabarsaniin “Har’a ganama Komishinara Walta’iinsa Idil Addunyaa Gamtaa Awurooppaa Jooseef Sikaalaa waliin tumsa yeroo dheeraa Gamtaa Awurooppaa waliin qabnurratti mari’aneerra” jedhan.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply