AMN PLUS- Caamsaa 05/2018
Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Pirezidaantii Fraans Emaanu’eel Maakroon waliin mari’atan.
Hojiirra oolmaa anniisaa haaromfamaafi dijitaalaayizeeshiniif kan oolu waliigaltee liqaa Yuuroo Miiliyoona 54.6 mallatteessuus Dooktar Abiyyi miidiyaa hawaasummaa isaaniin beeksisaniiru.
Kana malees waljijjiirraan hammattoo haaraa tumsa mootummafi dhuunfaa fi roodmaappiin anniisaa ji’ootermaalii Meegaa waattii 150 kan hammataman ta’uu ibsaniiru.