Agarsiisni ‘birmadummaa odeeffannoo bilisummaa imaammataaf” jedhu gaggeeffamaa jira

You are currently viewing Agarsiisni ‘birmadummaa odeeffannoo bilisummaa imaammataaf” jedhu gaggeeffamaa jira

AMN PLUS – Caamsaa 10/2018

Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) fi hoggantootni olaanoo hojii mootummaa kan irratti hirmaatan agarsiisni mata duree ‘birmadummaa odeeffannoo bilisummaa imaammataaf” jedhun Giddu Gala Konveenshinii Idil Addunyaa Addisitti qophaa’e gaggeeffamaa jira.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply