“Finfinnee fi Baakuu jidduu waliigaltee obbolummaa mallatteessineerra” Kantiibaa Adaanech Abeebee

You are currently viewing “Finfinnee fi Baakuu jidduu waliigaltee obbolummaa mallatteessineerra” Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS – Caamsaa 11/2018

Finfinneen magaalaa guddoo Azarbaajaan Baakuu waliin waliigaltee obbolummaa mallatteessuu Kantiibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee ibsan.

Aadde Adaanech Miidiyaa Hawaasummaa isaaniin akka ifoomsanitti, Magaalaa guddoo Azarbaajan Baakuu waliin waliigalteen mallatteessine; misooma magaalaan, tajaajila dijitaalaayzeeshiniin, misooma manaan waloon hojjechuufi jedhan.

Kana malees dameewwan tuurizimiin (tuurizimii ispoortii dabalatee) fi uummattoota lamaan jidduutti wal jijjiirraa aadaa fi seenaa kan cimsu waliigaltee obboleettummaa magaalotaa (sister cities)ta’uu eeran.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply