Hiriirri deeggarsaa Paartii Badhaadhinaa Finfinnee Doloolloo Buddeenaatti gaggeeffamaa jira

You are currently viewing Hiriirri deeggarsaa Paartii Badhaadhinaa Finfinnee Doloolloo Buddeenaatti gaggeeffamaa jira

AMN PLUS – Caamsaa 18/2018

Hiriirri deeggarsaafi duulli na filadhaa Paartii Badhaadhinaa Finfinnee Doloolloo Buddeenaatti gaggeeffamaa jira.

Hiriira deeggarsaafi sochii na filadhaa Paartii Badhaadhinaa adeemsifamaa jirurratti jiraattotni Finfinnee Kutaalee Bulchiinsa Magaalatti irraa walitti baba’an, miseensotni akkasumas hoggantootni paartichaa Doloolloo Buddeenaatti argamuun deeggarsa qaban dhaadannoowwan garaagaraan ibsa jiru.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply