Filannoo Waliigalaa 7ffaaf Qophii Cimaan Taasifameera – Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juullaa

AMN PLUS – Caamsaa 22/2018

Filannoon Waliigalaa 7ffaan Milkaa’inaan akka xumuramuuf Humni Waloo Nageenyaa fi Tasgabbii hojiilee hojjetaa jiru cimsee itti fufa jedhan Itaamaajoor Shumiin Waliigalaa Humnoota Waraanaa Fiildi Marshaal Birhaanuu Juullaan.

Qophii haalduree Poolisii Federaalaa milkaa’ina filannoo Biyyaalessaaf, hidhannoo fi teeknooloojiin taasisee ilaalchiise Humni Walichaa ibsa kenneera.

Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juullaan wayita kana haasawa taasisaniin, Qophiin Humni Waloo Nageenyaa fi Tasgabbii taasise cimaa ta’uu dubbataniiru.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply