Jiraattotni Finfinnee Kutaa Magaalaa Qiirqos filachuuf qophaa’uun buufata filannoo dhiyeenya isaaniitti argamaniiru

You are currently viewing Jiraattotni Finfinnee Kutaa Magaalaa Qiirqos filachuuf qophaa’uun buufata filannoo dhiyeenya isaaniitti argamaniiru

AMN PLUS – Caamsaa 24/2018

Jiraattotni Kutaa Magaalaa Qiirqos Filannoo Biyyaalessaa Marsaa 7ffaan sagalee isaanii kennuun bakka bu’oota isaanii filachuuf Naannoo Filannoo 15 Buufata Filannoo Misiraaqgohitti argamaniiru.

Jiraattotni kunniin kaardii filannoo isaanii qabachuun bakka raawwachiiftonni filannoo,taajjabdootniifi bakka bu’ootni paartilee siyaasaa filachuuf argamaniiru.

Gabaasni kan Abdiisaa Fufaati

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply