Jiraattotni Finfinnee Kutaa Magaalaa Lidataa filachuuf qophaa’uun buufata filannoo dhiyeenya isaaniitti argamaniiru

You are currently viewing Jiraattotni Finfinnee Kutaa Magaalaa Lidataa filachuuf qophaa’uun buufata filannoo dhiyeenya isaaniitti argamaniiru

AMN PLUS – Caamsaa 24/2018

Filannoo waliigalaa marsaa 7ffaan bakka bu’oota isaanii filachuuf jiraattotni Finfinnee Kutaa Lidataa buufataa filannoo dhiyeenya isaanitti argamaniiru.

Jiraattotni Kutaa Magaalaa Lidataa sagalee isaanii kennuuf naannoo filannoo 23 buufata filannoo Jeneraal Jaagamaa Keellootti argamuun sa’atii filannoon itti eegalu eeggachaa jiru.

Gabaasni kan Wangeel Faqqadaati

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply