AMN PLUS – Caamsaa 24/2018
Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee Filannoo Waliigalaa Marsaa 7ffaarratti argamuun sagalee isaanii kennaniiru.
Aadde Adaanech Abeebeen buufata filannoo Naannoo Filannoo Nifaas Silki Laaftoo Buufata Filannoo Jeneraal Jaagamaa Keellootti argamuun sagalee isaanii kennaniiru.