AMN PLUS – Waxabajjii 04/2018
Alangeen Gadaa Tuulamaa Marsaa 71ffaa Dilbata dhufu Ardaa Jilaa Dhakaa Kooraatti kan dabarfamu ta’uu Fiixeen Gamtaa Abbootii Gadaa Oromoo ibse.
Sirni walharkaa fuudhinsa Alangee Gadaa Tuulamaa Marsaa 71ffaa Gadaa Meelbaa irraa gara Muudanaatti raawwatamu Dilbata dhufu waan raawwatuuf jaallattoonni sirna Gadaa akka hirmaataniif Gamtaan Abbootii Gadaa Oromoo waamicha dhiheesseera.
Geetaahun Katamaatu Gabaase