AMN PLUS- Waxabajjii 09/2018
Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) sagantaa Ashaaraa Magariisaa bara kanaa ifatti eegalchiisuu beeksisan.
Bara kana Biqiltuu biiliyoona saddeet dhaabuuf karoorfamuu ibsuun, kaayyoon biqiltuu biiliyoona 65’n gahuuf qabame galmaan gahuuf ciminaan imalaa jirra jedhan.
Sosochii kana irratti hirmaachuun dhaloota dhufuuf Ashaaraa keessan kaa’aa jechuun ergaa dabarsaniiru.