Manni Marichaa bori waliiga’ii idilee 26ffaa gaggeessa

You are currently viewing Manni Marichaa bori waliiga’ii idilee 26ffaa gaggeessa

AMN PLUS -Waxabajjii 10/2018

Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa 6ffaa walga’ii idilee 26ffaa bara hojii 5ffaa guyyaa borii Waxabajjii 11/2018 gaggeessa.

Manni Marichaa walga’ii idilee 26ffaa taa’uun gabaasa Odiitii manneen hojii mootummaa Federaalaa bara baajataa 2017 Odiiteera Muummichaa Federaalaan dhiyaatu akka dhaggeeffatu odeeffannoon Mana Marichaarraa argame ni mul’isa.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply