Fooyyessiin Diinagdee Gooroo Mandhaleen guddina itti fufiinsa qabuufi hunda hammateef bu’uura cimaa kaa’e – Dooktar Iyyoob Takkaalliny

You are currently viewing Fooyyessiin Diinagdee Gooroo Mandhaleen guddina itti fufiinsa qabuufi hunda hammateef bu’uura cimaa kaa’e – Dooktar Iyyoob Takkaalliny

AMN PLUS- Waxabajjii 16/ 2018

Fooyyessiin Diinagdee Gooroo Mandhalee tasgabbii fi amanamummaa biyya keessaa deebiseera jedhan Bulchaan Baankii Biyyaalessaa Dooktar Iyyoob Takkaalliny.

Dooktar Iyyoob Takkaalliny Yaa’ii biyyaalessaa ‘Itiyoophiyaan ni Raawwatti’ jedhu irratti akka jedhanitti fooyyessiin diinagdee gooroo mandhalee tasgabbii fi amanamummaa biyya keessaa deebiseera.

Kunis qaala’iinsa gatii tasgabbeessuun, gabaa sharafa alaa bilisa gochuun, imaammata maallaqaafi fiiskaalaa ammayyeessuun akkasumas damee faayinaansii cimsuun guddina itti fufiinsa qabuu fi hunda hammateef bu’uura cimaa kaa’uudhaan galma gahuu ibsuu isaanii ragaan Waajjira Ministira Muummeerraa argame ni mul’isa.‎‎

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply