Jilli Obbo Shimallis Abdiisaatiin durfamu Ruwaandaa Magaalaa Kiigaaliitti muuxannoo waljijjiirraa irratti hirmaataa jira
AMN PLUS- Amajjii 3/2017 Jilli Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaatiin durfamu biyya Ruwaandaa Magaalaa Kiigaaliitti argamuun waltajjii muuxannoo waljijjiirrafi daawwannaa hojiilee misooma magaalaa garaagaraa irratti argameera. Waltajjiiwwan kanneen…
Finfinneetti dargaggoonni kuma 112 olii leenjii koodarsii fudhachaa jiru
AMN - Amajjii 3/2017 Finfinneetti ji’oota jahan darbanitti dargaggoonni kuma 112 olii leenjii koodarsii irratti hirmaachaa jiraachuu isaanii Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti Waajjirri Misooma Innooveeshinii fi Teeknooloojii beeksise. Yaada Burqisiisuu Ministirri…
“Poolisoota idilee marsaa 29ffaa leenjii isaanii xumuran 874 eebbifnee hojiitti galchineerra” – Kantiibaa Adaanech Abeebee
AMN - Amajjii 3/2017 Kantiibaan magaalattii Finfinnee Adaanech Abeebee ergaa marsaa hawaasaa isaanii irratti dabarsaniin, magaalaa keenyaa rakkoo nageenyaa kamirraayyuu bilisa taasisuuf humna namaa gahumsa qabuun, loojistikii fi teeknooloojii ammayyaatiin…
Akkadaamiin Poolisii Finfinnee poolisoota idilee marsaa 29ffaaf leenji’an bakka kantiibaan Adaanech Abeebee argamanitti eebbisaa jira
AMN - Amajjii 3/2017 Akkadaamiin Poolisii Magaalaa Finfinnee poolisoota idilee marsaa 29ffaaf leenji'an 874 bakka kantiibaan Adaanech Abeebee itti argamanitti eebbisaa jiraachuun beekkamera. Sirna kanarratti kantiibaan magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebee,…