Taphataan sarara fuulduraa garee biyyaalessa Itoophiyaa duraanii Mulugeetaa Kabbadaa du’aan boqote

AMN PLUS Waxabajjii 04,2017 Taphataa seena qabeessi sarara fuulduraa garee biyyaalessa Itoophiyaafi kilaba Q/Giyoorgis duraanii Mulugeeta Kabbadaa du’aan addunyaa kana irraa du’aan boqote. Taphattoota sarara fuulduraa ciccimoo Itoophiyaa keessaa tokko…

Continue ReadingTaphataan sarara fuulduraa garee biyyaalessa Itoophiyaa duraanii Mulugeetaa Kabbadaa du’aan boqote

Festivaalli Bashannanaafi Fiigichi Daandiirraa adeemsifamuufi

AMN-Waxabajji 4,2017 Festivaalli Bashannanaafi Fiigichi Daandiirraa Keessummeessitoota Hoteelotaan Waxabajji 8 bara 2017 Magaalaa Finfinneetti akka adeemsifamu Biiroon Aadaa,Aartiifi Tuurizimii Magaalaa Finfinnee ibse. Festivaalicha Biiroon Aadaa,Aartiifi Tuurizimii Magaalaa Finfinnee fi 'Tom…

Continue ReadingFestivaalli Bashannanaafi Fiigichi Daandiirraa adeemsifamuufi

Hirmaannaan dargaggoonni magaalaa Finfinnee hojiilee misoomaafi nageenya keessatti qaban olaanaa ta’uu Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee himan

AMN PLUS- Waxabajjii 4/2017 Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee bakka buutota dargaggoota magaalaa Finfinnee waliin mari’ataniiru. Marichis mata duree "Ga'ee Dargaggootaa Badhaadhina Hundagaleessaf" jedhun taa'ame. Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee…

Continue ReadingHirmaannaan dargaggoonni magaalaa Finfinnee hojiilee misoomaafi nageenya keessatti qaban olaanaa ta’uu Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee himan

Yaa’iin nageenya biyyaalessaa Dhaabbilee Amantaa 3ffaan Magaalaa Bahaar Daaritti eegalame

AMN PLUS-Waxabajii 04/2017 Yaa’iin nageenyaa biyyaalessaa Dhaabbilee Amantaa 3ffaan Magaalaa Baahar Daaritti taa’amaa jira. Yaa’icha Gumii Dhaabbilee Amantaa Naannoo Amaaraafi Gumii Dhaabbilee Amantaa Itoophiyaatu mata duree “Amantaaleen Nageenyaaf, Walkabajaa fi…

Continue ReadingYaa’iin nageenya biyyaalessaa Dhaabbilee Amantaa 3ffaan Magaalaa Bahaar Daaritti eegalame