Riifoormiin Dinagdee Gooroo sharafni biyyaa alaa beelladarraa argamu akka dabalu taasisu inistiitiyuutichi ibse

AMN PLUS-Waxabajjii 05/2017 Riifoormiin dinagdee gooroo sharafni biyyaa alaa beelladarraa argamu akka dabalu taasisuusaa inistiitiyuutiin misooma beellada Itoophiya ibse. Bara Bajataa 2017 ji'oota 10 darbe keessatti galiin doolaara miiliyoona 100…

Continue ReadingRiifoormiin Dinagdee Gooroo sharafni biyyaa alaa beelladarraa argamu akka dabalu taasisu inistiitiyuutichi ibse

Kantiibaa Adaanech Abeebee sadarkaa hojiin misooma Kooridarii Magaalaa Bishooftuu irra jiru daawwatan

AMN PLUS- Waxabajjii 5/2017 Kantiibaa Adaanech Abeebee sadarkaa hojiin misooma Kooridarii Magaalaa Bishooftuu irra jiru daawwataniiru. Kantiibaa Adaanech Abeebee fuula miidiyaa hawaasaa isaanirratti dabarsaniin, misoomni kooridari Magaalaa Finfinnetti eegalame akka…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebee sadarkaa hojiin misooma Kooridarii Magaalaa Bishooftuu irra jiru daawwatan

Biiroon Nageenyaafi Tasgabbii Magaalaa Finfinnee yakka naannoo manneen waliin jireenyaa keessatti mudatu xiqqeessuun danda’amurratti mari’ate

AMN PLUS- Waxabajjii 5/2017 Biiroon Nageenyaafi Tasgabbii Magaalaa Finfinnee yakka naannoo manneen waliin jireenyaa keessatti mudatu ittisuufi furuun danda'amurratti itti gaafatamtoota waldaalee manneen jireenyaa waliin mari'ateera. Hogganaa Itti Aanaa Biiroo…

Continue ReadingBiiroon Nageenyaafi Tasgabbii Magaalaa Finfinnee yakka naannoo manneen waliin jireenyaa keessatti mudatu xiqqeessuun danda’amurratti mari’ate

Inistitiyuutiin Qo’annoofi Qorannoo Oromoo Kora Qorannoo marsaa 18ffaan mataa duree ā€œDuudhaa keenyaan Dhaloota Haa ijaarruā€ Jedhuun adeemsifamaa jira.

AMN PLUS- Waxabajjii 5/2017 Inistitiyuutiin Qo'annoo Fi Qorannoo Oromoo Kora Qorannoo marsaa 18ffaan mataa duree Duudhaa keenyaan Dhalootaa Haa ijaarru kan Jedhuun adeemsifamaa jira. Inistitiyuutiin Qo'annoofi Qorannoo Oromoo guddina aadaa,…

Continue ReadingInistitiyuutiin Qo’annoofi Qorannoo Oromoo Kora Qorannoo marsaa 18ffaan mataa duree ā€œDuudhaa keenyaan Dhaloota Haa ijaarruā€ Jedhuun adeemsifamaa jira.

Guyyaan yaadannoo wareegamuu Artiisti Haacaaluu Hundeessaa Boonsaa waggaa 5ffaan Waxabajjii 22 gaggeeffama.

AMN PLUS Waxabajjii 05/2017 Guyyaa yaadannoo wareegamuu Artiisti Haacaaluu Hundeessaa waggaa 5ffaa sirnoota garaagaraan yaadachuuf hojjechaa jiraachuu faawundeeshiniin artiistichaa ibseera. Umrii gabaabaa jiraate keessatti ashaaraa gurguddaa keewwatee lubbuun kan darbe…

Continue ReadingGuyyaan yaadannoo wareegamuu Artiisti Haacaaluu Hundeessaa Boonsaa waggaa 5ffaan Waxabajjii 22 gaggeeffama.

Kaayyoon Qajeelfama maddaalli rawwii hojii dhabbilee ulaagaa madaallii saayiinsawaa taasisuu Aadde Buzeenaa Alkadir himan

AMN Plus Waxabajjii 05/2017 Manni Maree Magaalaa Finfinnee Qajeelfama Maddaallii Raawwii Hojii Irratti qaamolee rawwaachistotaa waliin marii adeemsiseera. Maricha kan eegalchiisan Af-yaa'iin mana maree magaalaa finfinnee Aadde Buzeenaa Alkadir kayyoon…

Continue ReadingKaayyoon Qajeelfama maddaalli rawwii hojii dhabbilee ulaagaa madaallii saayiinsawaa taasisuu Aadde Buzeenaa Alkadir himan

Xayyaarri Indiyaa imaltoota 242 oli fe’ee imalaa ture kufee caccabuunsaa himame

AMN PLUS Waxabajjii 05/2017 Xayyaarri Indiyaa imaltoota 200 oli fe’ee imalaa ture kufee caccabuunsaa himameera. Xayyaarichi Indiyaarraa ka’uun gara Landanitti osoo balali’uuf yaalaa jiruu osoo hin fagaatin kufee caccabuunsaa himameera.…

Continue ReadingXayyaarri Indiyaa imaltoota 242 oli fe’ee imalaa ture kufee caccabuunsaa himame

Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) bakka buutota barsiisota guutuu Ityoophiyaa irra walitti dhufan waliin mari’atan

AMN PLUS- Waxabajjii 5/2017 Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) bakka buutota barsiisota guutuu Ityoophiyaa irra walitti dhufan waliin mari’achuu isaanii ibsan. Ministirri Muummee ergaa fuula miidiyaa hawaasaa isaanirratti dabarsaniin marii…

Continue ReadingMinistirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) bakka buutota barsiisota guutuu Ityoophiyaa irra walitti dhufan waliin mari’atan