Qabeenya uumamaatti fayyadamuun guddina keenya mirkaneessaa jirra- Pirezidaanti Taayyee Atsiqasillaasee.
AMN PLUS-Fulbaana 26/2018 Qabeenya uumamaa qabnutti fayyadamuun pirojektiiwwan gurguddoon bara darbe hojjetaman jijjiirama ariifataa Itooophiyaan galmeessaa jirtu akka mirkaneessaa jiru Pirezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen ibsan. Mootummaan bara 2017 Mootummaan waggootaaf…