Aartiin ilaalchaafi seenessa waloo ijaaruun biyya utuba- Kantiibaa Adaanech Abeebee
AMN Plus- Onkoloolessa 03/2018 Tokkummaa ilaalchaa fi seenessa waloo ijaaruu keessatti shoorri aartiin qabu olaanaa ta’uu hubatamee damichaaf xiyyeeffannoon addaa laatamuu Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee dubbatan. Kantiibaa Adaanech,…