Ulaa galaanaarraa faayidaa dhabnus balaan isaa nu hin hanqatu – Caalchisaa Amantee (PhD)
AMN PLUS - Sadaasa 02/2018 Baroota Ulaa Galaanaa dhabnetti Itoophiyaan faayidaa Qarqara Galaanaa dhabdus balaan isaa garuu nu hin hanqatu jedhan Yunivarsiitii Paabilik Sarvisii Itoophiyaatti Barsiisaafi Qorataan Biizinasiifi Tarsiimoo Caalchisaa…