Ayyaannichi naannichaaf humna dabalataati- Pirezidant Indaashaaw Xaasoo (PhD)

AMN PLUS - Sadaasa 05/2018 Ayyaanni Saboota Sablammootaafi Ummattoota Itoophiyaa yeroo uummatni biyyattii Hidha Haaromsaa waloomaan itti melkeessetti kabajamuun ayyaana addaa taasisa jedhan Pirezidaantiin Naannoo Gidduugaleessa Itoophiyaa Indaashaaw Xaasoo (PhD).…

Continue ReadingAyyaannichi naannichaaf humna dabalataati- Pirezidant Indaashaaw Xaasoo (PhD)

Lammiin Yugaandaa gaanfa beeyiladaa irraa kishaafaa hojjete

‎AMN PLUS - Sadaasa 5/2018 ‎Yugaandaatti hojii kishaafaa hojjechuu irratti dhaabbanni bobba'e gaanfa beeyiladaa caccabaa fayyadamuun kishaafa mijaawaa oomishuun ibsame. ‎Magaalaa guddoo Kaampaalaatti guyya guyyaan horii qalmaa heedduun nyaataaf waan…

Continue ReadingLammiin Yugaandaa gaanfa beeyiladaa irraa kishaafaa hojjete

AMN fi Biiroon Daldalaa Finfinnee waloon hojjechuuf waliigaltee mallatteessan

AMN PLUS- Sadaasa 5/2018 Waliigalteen AMN waliin mallattaa'e hawaasa daldalaafi shamattoota bira gahuuf carraa guddaa ta'uu Hoggantuun Biiroo Daldalaa Magaalaa Finfinnee Aadde Habiibaa Siraaj himan. Biiroon Daldalaa Magaalaa Finfinnee AMN…

Continue ReadingAMN fi Biiroon Daldalaa Finfinnee waloon hojjechuuf waliigaltee mallatteessan

Ijaarsi Giddu Gala Aadaa Booranaa Marsaa Jalqabaa xumurame- Aadde Sa’aadaa Abdurahmaan

‎AMN PLUS - Sadaasa 4/2018 ‎Afyaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurahmaan Aadde Sa’aadaa Abdurahmaan Giddugala Aadaa Booranaa ijaarsarra jiru daawwataniiru. ‎Ijaarsi Giddu gala kanaa gaaffii uummataa kan yeroo dheeraa akka…

Continue ReadingIjaarsi Giddu Gala Aadaa Booranaa Marsaa Jalqabaa xumurame- Aadde Sa’aadaa Abdurahmaan

Shakkamtootni tajaajila geejjibaa waan kennan fakkeessuun bilbila mobaayilii hatan 7 to’ataman

AMN PLUS- Sadaasa 4/2018 Qajeelchi Muummee Poolisii Magaalaa Finfinnee shakkamtoota tajaajila geejjibaa waan kennan fakkeessuun bilbila mobaayilii hatuun “shuwaa shuwaa” taasisuun miliquuf Yaalan 7 to’achuun qorachaa akka jiru beeksise. Shakkamtootni…

Continue ReadingShakkamtootni tajaajila geejjibaa waan kennan fakkeessuun bilbila mobaayilii hatan 7 to’ataman

Dammaqina Oromoo Jaarraatu hubate – Obboleessa Jaarraa Abbaa Gadaa, Dr. Nasraddiin Ibraahim

‎AMN PLUS – Sadaasa 4/2018 ‎Dammaqina waa'ee Oromoo haalaan kan hubate Jaarraa Abbaa Gadaa akka ta'e Obboleessi isaanii Dooktar Nasraddiin Ibraahim ibsan. ‎Qabsoon keessa dabran wareegama guddaa waan gaafatuuf lubbuu…

Continue ReadingDammaqina Oromoo Jaarraatu hubate – Obboleessa Jaarraa Abbaa Gadaa, Dr. Nasraddiin Ibraahim

Kiim Joong Uun taphoonni Pirimeerliigii Ingilaandi akka tamsa’aniif eeyyama kennan

AMN Plus- Sadaasa 4/2018 Pirezdaantiin Kooriyaa Kaabaa Kiim Joong Uun taphoonni Pirimeerliigii Ingilaandi Kooriyaa Kaabaa keessatti akka hin tamsaneef dhoorkaa kaa'anii turan kaasan. Keessumaa Kilaboonni taphattoonni Kooriyaa Kibbaa biyyattii keessa…

Continue ReadingKiim Joong Uun taphoonni Pirimeerliigii Ingilaandi akka tamsa’aniif eeyyama kennan