AMN PLUS – Waxabajjii 22/2018
Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Pireezidaantii Somaaliyaa Hasan Sheek Mohamud waliin mari’ataniiru.
Dooktar Abiyyi gama Miidiyaa hawaasummaa isaaniin ergaa dabarsaniin, Walitti hidhamiinsa diinagdee nageenyaa fi tasgabbii akkasumas tasgabbii naannawicharratti mari’anneerra jedhan.