Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoo gita isaanii Armaniyaa waliin mari’atan

You are currently viewing Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoo gita isaanii Armaniyaa waliin mari’atan

AMN PLUS- Adoolessa 14/2018

Giiftii Dureen Itoophiyaa Aadde Zinnaash Taayyaachoo fi Giiftii Duree Rippabiliika Armaniyaa Aanaa Hakoobiyaan waliin marii bu’a qabeessa taasisuu isaanii beeksisan.

Aadde Zinnaash ergaa isaanii marsariitii hawaasummaa irratti maxxansaniin, yeroo mariisaaniitti hojiiwwan garaagaraa biyyoonni lamaan hojjechaa jiran irratti muuxannoo waljijjiiruu isaanii ibsaniiru.

Giiftii Duree lameen marii isaanii milkaa’aa fi bu’a qabeessa ta’uu isaa Aadde Zinnaash Taayyaachoo ergaa isaanii keessatti mirkaneessaniiru.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply