AMN PLUS-Adoolessa 22, 2018
“Irreen Itoophiyaanotaa walta’insaan guyyaa tokkotti biqiltuuwwan miliyoona 800 dhaabuudhaan seenaa kanbiraa hojjechuuf guyyoota 5 qofaatu hafe! Ijoollee biyyakoo jaalatamoo, guyyoota kanneenitti qophii barbaachisaa akka gootan, kutannoodhaan akka kaataniifi injifannoo tokkummaa keenyaan galmeessifnu akka dhugoomsitanin waamichakoo dhiyeessa.
Waliin abdii haadhaabnu!