Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad (PhD) Af-yaa’ii Mana Maree Rippabiliika Azaarbaajaan Waliin Mari’atan

AMN PLUS-Adoolessa 22, 2018

“Af-yaa’ii Mana Maree Rippabiliika Azaarbaajaan Saahibaa Gaafarovaa waliin bilbilaan marii bu’a-qabeessaa ta’e gaggeessineerra. Mariin keenya kun tumsa tarsiimawaa biyyoota keenya gidduu jiru caalaatti cimsuu fi guddina waloo keenya daran saffisiisan irratti xiyyeeffateera.”

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply