AMN PLUS – Adoolessa 30/2018
Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD),Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoo, Ministirri Muummee Itti Aanaa Tamasgeen Xurunaa akkasumas Afa Yaa’ii Mana Maree Federeeshinii Obbo Aganyeewu Tashaagar waliin tahuun gara Magaalaa Baahardaar dhaquu Waajjirri Ministira Muummee ibseera.