
AMN PLUS- Adoolessa 30/2018
Ergaa Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (PhD)
Jaalatamtoota Dargaggoota Itoophiyaa
Ganni kun akkasumaan akka hin darbine carraa guddaa qabatee dhufeera. Barnootni koodersii miliyoona 5 kan warqaa ragaa sadrkaa idil-addunyaatti beekamtii qabu kennisiisu tola dhiyaateera.
Itoophiyaanonni miliyoona 5 dursanii murteessaaniiru; ammammoo dabareen kan keessani!
Ammuma galmaa’aa: https://ethiocoders.et