Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) gita isaanii kan Xaaliyaan Joorjiyaa Meeloonii’f ergaa baga gammaddanii dabarsan

You are currently viewing Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) gita isaanii kan Xaaliyaan Joorjiyaa Meeloonii’f ergaa baga gammaddanii dabarsan

AMN PLUS – Hagayya 30/2018

Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) gita isaanii Ministira Muummee Xaaliyaanii Joorjiyaa Meeloonii’f ergaa baga gammaddanii dabarsaniiru.

Dooktar Abiyyi Ahimad ergaa toora ‘X’ isaaniin dabarsaniin, “Michuu koo Ministiraa Muummee Joorjiyaa Meeloonii; bulchiinsa keessaniin milkaa’inni seena qabeessi galmaa’uu isaatiin, maqaa koofi maqaa uummata Itoophiyaatiin baga gammaddan jedhaniiru.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply