AMN PLUS – Fulbaana 26/2019
Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa 7ffaan yaa’ii jalqabaa taa’aa jiruun Obbo Ahimad Shidee Af-yaa’ii Olaanaa Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa gochuun muudeera.
Obbo Ahimad Shidee Ministira Geejjibaafi Ministira Maallaqaa ta’uun Itoophiyaa tajaajilaa turaniiru.