MM FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Guyyaa Goototaa Keeniyaarratti keessummaa kabajaa tahuun affeeramuun garas imalan

You are currently viewing MM FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Guyyaa Goototaa Keeniyaarratti keessummaa kabajaa tahuun affeeramuun garas imalan

AMN PLUS – Onkoloolessa 10/2019

Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) gootota bilisummaa,birmadummaafi misoomaa Keeniyaaf gahee olaanaa bahataniif kabajama kennamu Maashujaa (Guyyaa Goototaa) biyyaalessaa biyyattirratti keessummaa kabajaa tahuun affeeramuun Eeldoreet,Keeniyaa galaniiru

#BiyyaGuddoo

#Uummataguddaa

#Mul‘ataGuddaa

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply