Akka biyyaatti damee bu’uraalee misoomaan guddinni olaanaan galmaa’eera – Pir. Taayyee Atsiqasillaasee

AMN- Sadaasa 17/2017

Sagantaa babal’ina bu’uraalee Misoomaa Afrikaan Itiyoophiyaan damichaan guddina olaanaa galmeessuu Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen ibsaniiru.

Waltajjiin marii sagantaa babal’ina bu’uraalee misoomaa Afrikaa bakka Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaasee, Dura Taa’aan Komishiniin Diinagdee Gamtaa Afrikaa Muusa Faaqii fi Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojistiksii Dooktar Alamuu Simeen argamanitti gaggeeffamaa jira.

Pireezidaanti Taayyeen hojiilee misoomaa Itiyoophiyaan daandii, Annisaa haaromuu, fi Daandii Baaburaarratti hojjetti ilaalchisee waltajjichaaf muuxannoo qoodaniiru.

Akka biyyaatti damee bu’uraalee misoomaan guddinni olaanaan galmaa’uu kaasaniiru.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply