
AMN- Onkololeessa 27, 2017
Hojiileen Finfinnee fi magaaloota biroo jijjiiruuf hojjetamaa jiru saffisaan raawwatamaa jiraachuu Kantibaan magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebeen ibsan.
Aadde Adaanech guyyoota afuriif Maaleezyiyaa magaalota Kuwaalaalmpuur, Saayibarjiyaa fi Putiraajiyaatti daawwannaa hojii taasisaniiru.
Daawwannaa isaaniin hojii misooma magaaloota kanneeniirraa muuxannoo argachuu ibsaniiru.
Hojiileen Finfinnee fi magaaloota biroo jijjiiruuf hojjetamaa jiru saffisaan raawwatamaa jiraachuu Aadde Adaanech Abeebeen ibsaniiru.