Magaalaan Finfinnee daa’imman guddisuuf Afriikaa keessaa magaalaa filatamtuu akka taatuuf hojjetamaa jiraachuu Aadde Adaanech Abeebee ibsan
AMN PLUS Caamsaa 11/2017 Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee ergaa karaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin Magaalaan Finfinnee Afriikaa keessaa daa’imman guddisuuf magaalaa filatamtuu akka taatuuf hojjetamaa jira jedhan.