Baahirdaaritti Hiriirri nagaa geggeeffamaa jira

AMN- Mudde 9/2017

Magaalaa Bahirdaaritti hiriirri Ummataa mata duree ‘Nageenyi hundaaf, hundi Nageenyaaf’ jedhuun gaggeeffamaa jira.

Naannichaaf waraana osoo hin taane misoomaa fi nageenya barbaada jedhan hiriirtonni kunneen.

Ajjeechaan finxaaleyyiiwwan lammiilee nagaarratti raawwataa jiran akka dhaabbatuu fi mootummaan nageenya kabachiisuun nageenya lammiilee tiksuu akka qabu gaafataniiru.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply