Baankiin Biyyaalessaa Itoophiyaa Dhaabbilee Tajaajila Dabarsa maallaqaa sharafa alaa seera qabeessa ta’aniifi eeyyamaan hojjetan irra deebiin ifoomseera.
Ramada Pay (Kaah) kana dura dhorkamee ture amma ulaagaa Baankichaa waan guuteef eeyyamaan hojjechuu akka danda’u ifoomseera.
Haaluma kanaan Baankiin Biyyaalessa dhaabbilee eeyyamaan hojjetan karaa marsariitii https://nbe.gov.et/mta/ seentanii ilaaluu akka dandeessan beeksiseera.