AMN PLUS, Guraandhala 13, 2017
Balaan ibiddaa gaarreen Arsiirratti mudate to’atamaa jiraachuu Waajjirri Jijjiirama Qilleensaa Godina Arsii ibse.
Ittigaafatamtuun Waajjira Jijjiirama Qilleensaa Godina Arsii Aadde Baliyyuu Jireenyaa balaa ibiddaa gaarreen Arsiirratti mudate to’achuuf qooda fudhattoota gara garaa waliin qindoominaan hojjetamaa jira jedhan. OBN