Aadaafi duudhaan Oromoo deebi’ee akka ijaaramuufi misoomuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira – Obbo Shimallis Abdiisaa
AMN PLUS- Waxabajjii 08, 2018 Aadaafi duudhaan uummata Oromoo deebi'ee akka ijaaramuufi misoomuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu l Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa himan. Obbo Shimallis Abdiisaa Sirna walharkaa…