AMN ol jedhee balali’uusaa itti fufa – Obbo Kaasaahun Gonfaa
AMN PLUS- Amajjii 22/2018 Addis Miidiyaa Neetiwoork qabiyyee jabaa, hidhannoo teekinooloojii fi misooma humna namaa ga'oome horachuun madda odeeffannoo Finfinnee jalqabaa ta'uu cimsee akka itti fufu Hoji raawaachiisaa Olaanaa AMN…