Ashaaraa Magariisaa Itoophiyaa: Afrikaatti Biyya Avokaadoo Erguun Sadarkaa Lammaffaa Qabatte

AMN PLUS – Adoolessa 29, 2018 Sagantaan "Ashaaraa Magariisaa" bara 2011 kaasee itti fufiinsaan hojiirra oolaa ture, Itoophiyaa magariisa uwwisuu qofa osoo hin taane, wabii nyaataa mirkaneessuu fi galii sharafa…

Continue ReadingAshaaraa Magariisaa Itoophiyaa: Afrikaatti Biyya Avokaadoo Erguun Sadarkaa Lammaffaa Qabatte

Misoomaafi guddina Itoophiyaa hunda galeessa ta’e itti fufsiisuuf Ashaaraan Magariisaa gahee olaanaa qaba – Sheek Hajii Ibraahim Tufaa

AMN PLUS – Adoolessa 27/2018 ‎Misoomaafi guddina Itoophiyaa hunda galeessa ta'e itti fufsiisuuf sagantaan Ashaaraa Magariisaa gahee olaanaa fi murteessaa akka qabu Pireezidaantiin Mana Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaa Sheek…

Continue ReadingMisoomaafi guddina Itoophiyaa hunda galeessa ta’e itti fufsiisuuf Ashaaraan Magariisaa gahee olaanaa qaba – Sheek Hajii Ibraahim Tufaa

Ashaaraan Magariisaa biyya magariisaafi badhaate ijaaruuf bu’uura cimaadha – Obbo Taaggasaa Caafoo

AMN PLUS – Adoolessa 27/2018 ‎Af-yaa'iin Mana Maree Bakka Bu'oota Uummataa Obbo Taaggasaa Caafoon sagantaa Aduu tokkotti biqiltuu Miliyoona 800 dhaabuu akka biyyaatti gaggeeffama jiruun Ashaaraa isaanii kaa'an. ‎Sagantaa Ashaaraa…

Continue ReadingAshaaraan Magariisaa biyya magariisaafi badhaate ijaaruuf bu’uura cimaadha – Obbo Taaggasaa Caafoo

Ani dhaabaan jira! Isiniis bakka jirtanitti biqiltuu dhaabaa – MM Abiyyi Ahimad (PhD)

AMN PLUS – Adoolessa 27/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) karoora aduu tokkoon biqiltuu Miliyoona 800 dhaabuuf eegalle milkeessurra darbinee seenaa haaraa galmeessuu qabna jedhan. Dooktar Abiyyi waaree boodas…

Continue ReadingAni dhaabaan jira! Isiniis bakka jirtanitti biqiltuu dhaabaa – MM Abiyyi Ahimad (PhD)

Itoophiyaanotni Abdii Dhaabaa Jiru – Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS-Adoolessa 27/2018 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee sagantaa aduu tokkoon bilqiltuu Miliyoona 800 dhaabuu irratti hirmaachuun Ashaaraa isaanii keewwataniiru. Kantiibaa Adaanech Ashaaraa isaanii keewwachuun ergaa dabarsaniin Itoophiyaanotni Abdii…

Continue ReadingItoophiyaanotni Abdii Dhaabaa Jiru – Kantiibaa Adaanech Abeebee

Kan amma hojjechaa jirru har’aaf qofa osoo hin taane, dhaloota boriifi – MM Abiyyi Ahimad (PhD)

AMN PLUS-Adoolessa 27/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Sagantaan Ashaaraa Magariisaa Itoophiyaanotni kutannoofi xiiqiin hojjechaa jiran duubdeebii kan kennu har’a osoo hin taane bori tahuu ibsan. Dooktar Abiyyi Sagantaa…

Continue ReadingKan amma hojjechaa jirru har’aaf qofa osoo hin taane, dhaloota boriifi – MM Abiyyi Ahimad (PhD)

Magaalaa lafa onaafi manca’aa gara bosonaafi magariisummaatti deebiste – Finfinnee

‎AMN PLUS – Adooleessa 24/2018 ‎Finfinneen yeroo hundeeffamte bosona magariisaa fi laggeen qulqulluu hedduun marfamtee turte. ‎Bara dhufee darbuun garuu bosonni magariisaa sun suuta suutaan manca'aa, laggeen ishees faalamaan uumama…

Continue ReadingMagaalaa lafa onaafi manca’aa gara bosonaafi magariisummaatti deebiste – Finfinnee

Beellama aduu tokkoon biqiltuuwwan Miliyoona 800 dhaabuu Itoophiyaanotaa – Wiixata 27/2018

AMN PLUS - Adoolessa 24/2018 Sagantaan Ashaaraa Magariisaa Itoophiyaa mata duree “Abdii Haa Dhaabnu” jedhuun barana gaggeeffamaa jiru kuni hojiiwwan eegumsa naannoo fi ittisa jijjiirama qilleensaa keessatti tattaaffi mootummaa fi…

Continue ReadingBeellama aduu tokkoon biqiltuuwwan Miliyoona 800 dhaabuu Itoophiyaanotaa – Wiixata 27/2018

Sagantaa Ashaaraa Magariisaa Finfinnee toora magaalota idil addunyaa hiriirsise!

AMN PLUS - Adoolessa 23/2018 Addunyaa irratti magaalota uwwisa magariisummaa fi bifa uumamaatiin beekaman keessaa Siingaapoor, Noorweey, Koopanhaagan, Kanaadaa fi Siwiidin magaalota sadarkaa duraatti eeramanidha. Magaalonni kunneen bosona magariisaa bal'aa,…

Continue ReadingSagantaa Ashaaraa Magariisaa Finfinnee toora magaalota idil addunyaa hiriirsise!

‎Itoophiyaan aduu tokkotti biqiltuu miiliyoona 800 dhaabuun seenaa irra deebin barreessuuf qophaa’aa jirti

‎AMN PLUS- Adoolessa 23, 2018 ‎Itoophiyaanonni kaayyoo waloof dhaabbachuun aduu tokkotti biqiltuu miiliyoona 800 dhaabuuf qophii xumuraniiru. ‎Lammiileen sagantaa biqiltuu miiliyoona 800 Aduu tokkotti dhaabuuf Adoolessa 27 bara 2018 bellamatanii…

Continue Reading‎Itoophiyaan aduu tokkotti biqiltuu miiliyoona 800 dhaabuun seenaa irra deebin barreessuuf qophaa’aa jirti