Kantiibaa Adaanech Abeebeen barreessitootni umrii hojirra jiranitti mana jireenya kennan galateeffatamuu qabu- Ogeessa Aartii Taagel Seefuu

AMN PLUS-Guraandhala 12/2018 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen barreessitootnifi ogeeyyiin Aartii yeroo hojjechuu danda'anitti mana jireenyaa kennuufiin isaanii ni galateeffachiisa jedhe Ogeessi Aartii Taagel Seefuu. Akka fakkeenyaattis tibbana Barreessaa…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebeen barreessitootni umrii hojirra jiranitti mana jireenya kennan galateeffatamuu qabu- Ogeessa Aartii Taagel Seefuu

Finfinneetti tarkaanfiin yakka ittisuuf fudhatame bu’aa qabatamaa galmeessiseera- Biiricha‎

AMN PLUS- Guraandhala 6/2018 ‎Biiroon Bulchiinsa Nageenyaa fi Tasgabbii Magaalaa Finfinnee raawwii hojii ji’oota jahan darban gamaaggamuun kallattii hojii fuulduraa irratti mari’ateera. ‎Hoogganaan Itti Aanaa Biirichaa, Obbo Biraanuu Rattaa, “Hojii…

Continue ReadingFinfinneetti tarkaanfiin yakka ittisuuf fudhatame bu’aa qabatamaa galmeessiseera- Biiricha‎

Naannawaa manneen hojii mootummaa mijataa taasisuun hojii milkeesseera – Aadde Adaanech

AMN PLUS - Guraandhala 02/2018 Finfinneen hanguma hojiilee misoomaa garaagaraan miidhagde naannawaa manneen hojii mootummaas hawwataa taasisuu keessatti raawwiin hojii bu'a qabeessi jiraachuu Kantiibaan magaalatti Aadde Adaanech Abeebee ibsan. Kantiibaa…

Continue ReadingNaannawaa manneen hojii mootummaa mijataa taasisuun hojii milkeesseera – Aadde Adaanech

‎Qabeenyi birrii Biiliyoona 5 caalu Balaa irraa baraarameera- Kantiibaa Adaanech Abeebee

‎AMN PLUS-Amajjii 29/2018 ‎Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee gabaasa raawwii hojii baatii jahan darbanii Bara 2018 har'a Miseensota Mana Maree Magaalichaaf dhiyeessaniiru. ‎Baatiiwwan Jahan darbanitti balaa ibiddaa fi balaa tasaa ittisuu…

Continue Reading‎Qabeenyi birrii Biiliyoona 5 caalu Balaa irraa baraarameera- Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN sagantaalee komii uummataa furan dhiyeessuun qaama furmaataa ta’eera- Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS-Amajjii 29/2018 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee, Addis Miidiyaa Neetiwork (AMN) sagantaalee komii uummataa furan dhiyeessuun sagalee uummataa ta'uun, kenniinsi tajaajilaa akka fooyya’u taasisuu isaa ibsaniiru. Manni Maree…

Continue ReadingAMN sagantaalee komii uummataa furan dhiyeessuun qaama furmaataa ta’eera- Kantiibaa Adaanech Abeebee

Kantiibaa Adaanech Abeebee, barsiisota 6,194 waldaa 57’n gurmaa’aniif ijaarsa mana jireenyaa jalqabsiisan

AMN PLUS- Amajji 27/ 2018 Guddina ariifataa magaalaan Finfinnee galmeessaa jirtuun cinatti, dhiheessii mana jireenyaa guddisuuf Bulchiinsi magaalichaa filmaataawwan garaagaraa diriirsuun hojjechaa jiraachuu Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee himan.…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebee, barsiisota 6,194 waldaa 57’n gurmaa’aniif ijaarsa mana jireenyaa jalqabsiisan

Finfinneetti tajaajilli poolisii nam-maleessi Afriikaarraa kan jalqabaa ta’e hojii eegaluufi

AMN PLUS - Amajjii 27/2018 Poolisiin Federaalaa buufata poolisii nam-maleessa (Smart Police Station) kutaa magaalaa Boolee aanaa 03 bakka addaa Ruwaandaa jedhamuun beekamuutti ijaarsisaa jiraachuu ibseera. Buufatichi tajaajila barbaadamuuf banaa…

Continue ReadingFinfinneetti tajaajilli poolisii nam-maleessi Afriikaarraa kan jalqabaa ta’e hojii eegaluufi

“Har’i barsiisota dhalootaa ijaaraniif guyyaa misiraachooti” Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS- Amajjii 27/2018 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen barsiisota kuma 6 fi 194 waldaa 57'n gurmaa'aniif lafa hektaara 40 birrii biliyoona 24'tti tilmaamamu biliisaan dhiheessuun ijaarsa eegalchiisuu himan.…

Continue Reading“Har’i barsiisota dhalootaa ijaaraniif guyyaa misiraachooti” Kantiibaa Adaanech Abeebee