Finfinneen birookiraasii daldalaa wal xaxaa cabsuun daldaltoota haaraa kuma 270 ol gara daldalaatti galchiteetti- Kantiibaa Adaanech Abeebee
AMN PLUS-Adoolessa 06/2018 Waggoota 5 darbanitti hojimaata kenniinsa tajaajila daldalaa bu’uuraarra jijjiiruun birookiraasiin wal xaxaan kanaan dura ture waan salphateef daldaltoonni haaraa kuma 270 ol ta’an sirna daldalaatti akka dabalaman…