Balaliin kallattii Daandii Qilleensaa Itoophiyaa gara Moorishiyesitti eegalame dinagdee ardii saffisiisa – Pirezidaanti Daahrambir Gookul

‎AMN PLUS-Adoolosse 10/208 ‎Tajaajilli balallii Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa kallattiin gara Moorishiyesitti taasisu dinagdee ardii akka saffisiisu Pirezidaantiin Moorishiyes Daahrambir Gookul ibsan. ‎Tajaajilli balalii kallattii kunis carraa turizimii, daldalaa, invastimantii, fi…

Continue ReadingBalaliin kallattii Daandii Qilleensaa Itoophiyaa gara Moorishiyesitti eegalame dinagdee ardii saffisiisa – Pirezidaanti Daahrambir Gookul

Hordoffiin oodiitii dhaabbileen akka of fooyyessanif shoora guddaa qaba- Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMNPLUS-Adoolessa 06/2018 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee, guyyaa 2ffaa walga’ii Mana Maree Finfinneerratti gabaasa oodiitii dhiyaate irratti yaada kennanin dhaabbileen 107 waggaa tokko keessatti odiitii taasifameen fooyya'aa jiraachu ibsan.…

Continue ReadingHordoffiin oodiitii dhaabbileen akka of fooyyessanif shoora guddaa qaba- Kantiibaa Adaanech Abeebee

Bara bajataa 2018 galii Birrii biiliyoona 300 fi biiliyoona 50 walitti qabuu dandeenyeerra- Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS- Adoolessa 06/2018 Bulchiinsi magaalaa Finfinnee bara baajataa 2018 keessa galii Birrii biiliyoona 300 fi biiliyoona 50 walitti qabuu Kantibaa Aadde Adaanech Abeebee himan. Galiin argames kan bara darbeen…

Continue ReadingBara bajataa 2018 galii Birrii biiliyoona 300 fi biiliyoona 50 walitti qabuu dandeenyeerra- Kantiibaa Adaanech Abeebee

Waggoota 5 keessatti galiin Finfinnee Birrii biliyoona 51 irraa gara Birrii biliyoona 350’tti guddateera- Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS- Adoolessa 05/2018 Waggoota shanan darban keessatti hojiiwwan bu'uura galii bal'isuu, tajaajila ariifachiisuu fi kaffaltoota gibiraa haaraa horachuun galii magaalaa bara 2013 birrii biliyoona 51 ture bara 2018tti birrii…

Continue ReadingWaggoota 5 keessatti galiin Finfinnee Birrii biliyoona 51 irraa gara Birrii biliyoona 350’tti guddateera- Kantiibaa Adaanech Abeebee

Fooyyessiin Diinagdee Gooroo Mandhaleen guddina itti fufiinsa qabuufi hunda hammateef bu’uura cimaa kaa’e – Dooktar Iyyoob Takkaalliny

AMN PLUS- Waxabajjii 16/ 2018 Fooyyessiin Diinagdee Gooroo Mandhalee tasgabbii fi amanamummaa biyya keessaa deebiseera jedhan Bulchaan Baankii Biyyaalessaa Dooktar Iyyoob Takkaalliny. Dooktar Iyyoob Takkaalliny Yaa’ii biyyaalessaa ‘Itiyoophiyaan ni Raawwatti’…

Continue ReadingFooyyessiin Diinagdee Gooroo Mandhaleen guddina itti fufiinsa qabuufi hunda hammateef bu’uura cimaa kaa’e – Dooktar Iyyoob Takkaalliny

Tarsiimoon haaraan warraaqsa qonnaa, badhaadhina baadiyyaafi diinagdee cimaaf bu’uura kaa’aa jira- Dooktar Maandafroo Nugusee

AMN PLUS- Waxabajjii 16/ 2018 Qonni Itoophiyaa bu’uura birmadummaa ta’eera jedhan Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Inistiitiyuutii Ce’umsa Qonnaa Dooktar Maandafroo Nuguseen. Dooktar Maandafroo Nugusee Yaa’ii biyyaalessaa ‘Itoophiyaan ni Raawwatti’ jedhu irratti…

Continue ReadingTarsiimoon haaraan warraaqsa qonnaa, badhaadhina baadiyyaafi diinagdee cimaaf bu’uura kaa’aa jira- Dooktar Maandafroo Nugusee

Bara kana qofa indaastiriiwwan 50 ol gara hojiitti galaniiru – Obbo Jaanxiraar Abbaay

AMN PLUS - Waxabajjii 08/2018 Kantiibaa Itti Aanaafi Hogganaan Biiroo Misooma Indaastirii Magaalaa Finfinnee Obbo Jaanxiraar Abbaay bara kana qofa indaastiriiwwan 50 ol hojiitti galuu ibsaniiru. Biiroon Misooma Indaastirii Magaalaa…

Continue ReadingBara kana qofa indaastiriiwwan 50 ol gara hojiitti galaniiru – Obbo Jaanxiraar Abbaay

Imaammatni maallaqaafi baajatni mootummaa qindaa’aa tahuun dinagdee bu’a qabeessa ta’e diriirsuun guddinni saffisa qabu argameera jedhame

AMN PLUS – Waxabajjii 04/2018 Itoophiyaan imaammata maallaqaa (Monetary Policy) fi imaammata baajataa mootummaa (Fiscal Policy) walitti qindeessuun hojii dinagdee bu’a qabeessa ta’e diriirsuun guddina dinagdee saffisaa galmeessisuu danda’uu Ministirri…

Continue ReadingImaammatni maallaqaafi baajatni mootummaa qindaa’aa tahuun dinagdee bu’a qabeessa ta’e diriirsuun guddinni saffisa qabu argameera jedhame

Manni Maree Ministirootaa Wixinee Bajata Mootummaa Bara 2019 birrii Tiriiliyoona 2.33 ol gochuun Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataaf akka dhiyaatu murteesse

AMN PLUS- Waxabajjii 02/2018 Manni Maree Ministootaa walgahii idilee 56ffaa har’a gaggeesseen dhimmoota adda addaa irratti mari’achuun murteewwan armaan gadii dabarseera. 1. Hammattoo Diinagdee Gooroofi Fiiskaalaa Yeroo Giddugaleessaa (2019-2023) Manni…

Continue ReadingManni Maree Ministirootaa Wixinee Bajata Mootummaa Bara 2019 birrii Tiriiliyoona 2.33 ol gochuun Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataaf akka dhiyaatu murteesse

Warshaan Xaa’oo Godee dinagdee Itoophiyaa guutummaatti jijjiira – MM Abiyyi Ahimad

AMN PLUS- Caamsaa 10/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Naannoo Somaaleetti piroojektii warshaa xaa’oo meetrik toonii miiliyoona sadii kan Dangotee Giruup waliin ta’uun ijaaramaa jiru daawwataniiru. Yeroo daawwannaa isaaniitti…

Continue ReadingWarshaan Xaa’oo Godee dinagdee Itoophiyaa guutummaatti jijjiira – MM Abiyyi Ahimad