Itoophiyaanonni miliyoona 5 dursanii murteessaaniiru; ammammoo dabareen kan keessani- MM Abiyyi Ahimad (PhD)
AMN PLUS- Adoolessa 30/2018 Ergaa Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) Jaalatamtoota Dargaggoota Itoophiyaa Ganni kun akkasumaan akka hin darbine carraa guddaa qabatee dhufeera. Barnootni koodersii miliyoona 5 kan warqaa ragaa…