Afrikaafi Ameerikaan tumsa tarsiimawaa isaanii caalmaatti cimsuuf waliigalan

AMN PLUS - Hagayya 29/2018 Gamtaan Afrikaafi Ameerikaan walta’iinsa tarsiimawaa fi tumsa isaanii caalmaatti guddisuuf waliin hojjechuu isaanii beeksisan. Dura Taa’aan Komishinii Gamtaa Afrikaa Komishinar Mahaammud Alii Yuusuf, Ministeera Dhimma…

Continue ReadingAfrikaafi Ameerikaan tumsa tarsiimawaa isaanii caalmaatti cimsuuf waliigalan

Ministirri Muummee Itti Aanaafi Ministirri Dhimma Alaa Taayilaandi daawwannaa hojiif Finfinnee galan

AMN PLUS - Hagayya 22/2018 Ministirri Muummee Itti Aanaafi Ministirri Dhimma Alaa Taayilaandi Sihaasaak Fahaangikeewu daawwannaa hojiif ganama kana Finfinnee galaniiru. Ministirichi yeroo buufata xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee gahan Ministir…

Continue ReadingMinistirri Muummee Itti Aanaafi Ministirri Dhimma Alaa Taayilaandi daawwannaa hojiif Finfinnee galan

Hariiroon Itoophiyaafi Raashiyaa har’a kan eegale miti – Ambaasaaddar Eevgeenii Teerkiin

AMN PLUS - Hagayya 15/2018 Itoophiyaafi Raashiyaan tumsa damee teeknooloojiin qaban cimsuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira jedhan Itoophiyaatti Ambaasaaddarri Raashiyaa Ambaasaaddar Eevgeenii Teerkiin. Ambaasaaddar Eevgeenii Teerkiin sosochii hojii Inistiitiyuutii Hubannoo Namtolchee…

Continue ReadingHariiroon Itoophiyaafi Raashiyaa har’a kan eegale miti – Ambaasaaddar Eevgeenii Teerkiin

Ministirri Dhimma Alaa Geediyoon Ximootewoos (Dr.) Ministiroota Dhimma Alaa Naamiibiyaa fi Botswaanaa waliin mari’atan

AMN PLUS – Adoolessa 22/2018 Ministirri Dhimma Alaa Itoophiyaa Geediyoon Ximootewoos (Dr.), walgahii idilee 49ffaa Mana Maree Raawwachiiftuu Gamtaa Afrikaa Finfinneetti gaggeeffamaa jiru cinaatti, Ministira Dhimma Alaa Naamiibiyaa Selmaa Ashipaala-Muusaviwii…

Continue ReadingMinistirri Dhimma Alaa Geediyoon Ximootewoos (Dr.) Ministiroota Dhimma Alaa Naamiibiyaa fi Botswaanaa waliin mari’atan

Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad (PhD) Af-yaa’ii Mana Maree Rippabiliika Azaarbaajaan Waliin Mari’atan

AMN PLUS-Adoolessa 22, 2018 “Af-yaa'ii Mana Maree Rippabiliika Azaarbaajaan Saahibaa Gaafarovaa waliin bilbilaan marii bu'a-qabeessaa ta'e gaggeessineerra. Mariin keenya kun tumsa tarsiimawaa biyyoota keenya gidduu jiru caalaatti cimsuu fi guddina…

Continue ReadingMuummeen Ministiraa Abiy Ahimad (PhD) Af-yaa’ii Mana Maree Rippabiliika Azaarbaajaan Waliin Mari’atan

Itoophiyaan tumsa Azarbaajaan waliin qabdu cimsitee itti fufti – Af-yaa’ii Taaggasaa Caafoo

AMN PLUS– Adoolessa 22, 2018 Af-yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Obbo Taaggasaa Caafoo, Itoophiyaan tumsa damee hedduu Azarbaajaan waliin qabdu caalaatti cimsitee akka itti fuftu ibsan. Obbo Taaggasaa Caafoon,…

Continue ReadingItoophiyaan tumsa Azarbaajaan waliin qabdu cimsitee itti fufti – Af-yaa’ii Taaggasaa Caafoo

Ministirri Dhimma Alaa Geediyoon Ximootiwoos (Dr.) gita isaanii Koongoo fi Angoolaa waliin mari’atan

AMN PLUS- Adoolessa 22, 2018 Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Geediyoon Xiimootiwoos (Dr.) Yaa’ii 49ffaa Mana Maree Hojii Raawwachiiftootaa Gamtaa Afrikaa Finfinneetti gaggeeeffamaa jiruun cinaatti Ministira Dhimma Alaa Rippabilikaa Koongoo Koonistaanti…

Continue ReadingMinistirri Dhimma Alaa Geediyoon Ximootiwoos (Dr.) gita isaanii Koongoo fi Angoolaa waliin mari’atan

Afrikaan waltajjii addunyaa irratti bakka ishiif malu akka argattuuf Itoophiyaan tattaaffii ishee cimsitee itti fufterti – Geediyoon Ximootewoos (PhD)

AMN PLUS-Adoolessa 21/2018 Ministirri Dhimma Alaa Geediyoon Ximootewoos (PhD) Afrikaan waltajjii addunyaa irratti bakka ishiif malu akka argattuuf Itoophiyaan tattaaffii ishee cimsitee itti fufuu ibsan. Walga'iin Mana Maree Raawwachiiftuu Gamtaa…

Continue ReadingAfrikaan waltajjii addunyaa irratti bakka ishiif malu akka argattuuf Itoophiyaan tattaaffii ishee cimsitee itti fufterti – Geediyoon Ximootewoos (PhD)

Obbo Tamasgeen Xurunaan Pirezidaantii Gaanaa Joon Diraamaanii Mahaamaa waliin mari’atan

AMN PLUS- Adoolessa 16/2018 Ministirri Muummee Itti Aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan Walga'ii Addaa Damee Fayyaa Hoggantoota biyyoota Gamtaa Afrikaa Gaanaatti gaggeeffamaa jiru cinatti Pirezidaantii Rippabiliika Gaanaa Joon Diraamaanii Mahaamaa waliin…

Continue ReadingObbo Tamasgeen Xurunaan Pirezidaantii Gaanaa Joon Diraamaanii Mahaamaa waliin mari’atan

Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoo gita isaanii Armaniyaa waliin mari’atan

AMN PLUS- Adoolessa 14/2018 Giiftii Dureen Itoophiyaa Aadde Zinnaash Taayyaachoo fi Giiftii Duree Rippabiliika Armaniyaa Aanaa Hakoobiyaan waliin marii bu’a qabeessa taasisuu isaanii beeksisan. Aadde Zinnaash ergaa isaanii marsariitii hawaasummaa…

Continue ReadingGiiftii Duree Zinnaash Taayyaachoo gita isaanii Armaniyaa waliin mari’atan