MM Abiyyi Ahimad Pireezidaantii Beeniin waliin mari’atan

AMN PLUS- Adoolessa 6/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Pireezidaantii Beeniin Roomuunwaald Waadaagnii waliin mari’ataniiru. Dooktar Abiyyi Ahimad ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, Pireezidaantii Beeniin Roomuunwaald Waadaagnii waliin dhimmoota…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad Pireezidaantii Beeniin waliin mari’atan

MM Abiyyi Ahimad (PhD) Dabra Maarqositti Buufata Xiyyaaraa Mootii Taklahaymaanot Waggoota 30f tajaajila dhaabee ture hojii eegalchiisan

AMN PLUS- Adoolessa 05/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) buufata xiyyaaraa Dabra Maarqoos Mootii Taklaayimaanot guyyaa har’aa eebbisiisaniiru. Dooktar Abiyyi Ahimad ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, uummanni Dabra Maarqoosifi…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad (PhD) Dabra Maarqositti Buufata Xiyyaaraa Mootii Taklahaymaanot Waggoota 30f tajaajila dhaabee ture hojii eegalchiisan

Waggoota 5 keessatti galiin Finfinnee Birrii biliyoona 51 irraa gara Birrii biliyoona 350’tti guddateera- Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS- Adoolessa 05/2018 Waggoota shanan darban keessatti hojiiwwan bu'uura galii bal'isuu, tajaajila ariifachiisuu fi kaffaltoota gibiraa haaraa horachuun galii magaalaa bara 2013 birrii biliyoona 51 ture bara 2018tti birrii…

Continue ReadingWaggoota 5 keessatti galiin Finfinnee Birrii biliyoona 51 irraa gara Birrii biliyoona 350’tti guddateera- Kantiibaa Adaanech Abeebee

Finfinneen keessa qaxxaamururraa gara keessa bubbuluutti ceetetti – Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS - Adoolessa 05/2018 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee waggoota shan dura yaa'iinsi turistii biyya alaa gara Finfinneetti ture Kuma 200 irraa amma gara miiliyoona 1.2tti guddachuu ibsan.…

Continue ReadingFinfinneen keessa qaxxaamururraa gara keessa bubbuluutti ceetetti – Kantiibaa Adaanech Abeebee

Kantiibaa Adaanech Abeebeen Hospitaala Raas Dastaa Daamxoo keessatti giddugala yaalaa ammayyaa eebbisan

AMN PLUS- Adoolessa 03/2018 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Hospitaala Raas Dastaa Daamxoo keessatti giddugala yaalaa ammayyaa, sadarkaa olaanaa qabu ijaarsisuun tajaajilaaf banuu ibsan. Giddugalichi tajaajila yaalaa yeroon ammayyaa…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebeen Hospitaala Raas Dastaa Daamxoo keessatti giddugala yaalaa ammayyaa eebbisan

Finfinneetti daandii asfaaltii Kiiloo meetira Kuma Tokkoo ol ijaarameera- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

AMN PLUS- Adoolessa 02/2018 Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) walga'ii idilee 30ffaa bara hojii 5ffaa Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataa irratti gaaffiilee pirojektoota ilaalchisuun Miseensota Mana Marichaan kaafamanif ibsa yoo…

Continue ReadingFinfinneetti daandii asfaaltii Kiiloo meetira Kuma Tokkoo ol ijaarameera- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

Itoophiyaan birmadummaa ishee eeguudhaaf kan yeroo kamiyyuu caalaa qophiidha- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

AMN PLUS- Waxabajjii 30/2018 Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) qaamni birmadummaa Itoophiya qoru kamiyyuu yoo jiraate mootummaan Itoophiyaa nageenyaa fi birmadummaa biyyattii eeguuf kan yeroo kamiyyuu caalaa qophaa'aa akka ta’e…

Continue ReadingItoophiyaan birmadummaa ishee eeguudhaaf kan yeroo kamiyyuu caalaa qophiidha- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

Mariin mootummaan hawaasa waliin taasisu rakkoo nageenyaa hir’isaa jira- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

AMN PLUS- Waxabajjii 30/2018 Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) dhimmoota nageenyaa irratti gaaffilee Minseensota Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataarraa ka’aniif ibsa yoo kennan waggoottan darban keessatti waltajjiiwwan marii 225 kutaalee…

Continue ReadingMariin mootummaan hawaasa waliin taasisu rakkoo nageenyaa hir’isaa jira- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

Kitaabni “Ida’amuu” Gara Afaan Chaayinaatti Hiikamaa Jira

AMN PLUS – Waxabajjii 24/2018 Bara 2010 jijjiirama biyyaalessaa Itoophiyaatti dhufe hordofuun, akka kallattii imala Itoophiyaa tajaajiluuf Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (PhD)’n kan barraa’e kitaabni "Ida’amuu" gara Afaan Chaayinaatti hiikamaa…

Continue ReadingKitaabni “Ida’amuu” Gara Afaan Chaayinaatti Hiikamaa Jira