Baga Ayyaana Iid Al-Faxirii Waggaa 1447ffaa Ittiin Isin Gahe! Ofii Biyyootni Guutuu Addunyaa Ayyaanicha Akkamiin Kabaju? AMN Dijitaal Irra Marseera.

AMN PLUS - Bitootessa 11/2018 Ayyaanni Iid Al-Faxirii waggaa 1447ffaa Addunyaa guutuu keessatti hordoftoota amantaa Islaamaatiin akkaataa duudhaa amantichaatti sirna ho'aan kabajama. Hordoftoonni amantaa Islaamaa Ramadaana keessa soomaa fi kadhannaa…

Continue ReadingBaga Ayyaana Iid Al-Faxirii Waggaa 1447ffaa Ittiin Isin Gahe! Ofii Biyyootni Guutuu Addunyaa Ayyaanicha Akkamiin Kabaju? AMN Dijitaal Irra Marseera.

Konkolaattotni Jaappaan irraa gara Dubaayitti geeffamaa turan sababa rakkoo Baha Giddugaleessaan Buufata Doonii Keeniyaa Laamuutti buufamuun ibsame

‎AMN PLUS - Bitootessa 10/2018 ‎Konkolaattotni kumaatamaan lakkaa'aman Jaappaan Irraa fe'amanii gara Dubaayitti geeffamaa turan Buufata Doonii Keeniyaa Laamuutti buufamuu Hoggantootni Buufatichaa beeksisaniiru. ‎Sabaa himaaleen Keeniyaa Buufata Doonii Laamuu hambaa…

Continue ReadingKonkolaattotni Jaappaan irraa gara Dubaayitti geeffamaa turan sababa rakkoo Baha Giddugaleessaan Buufata Doonii Keeniyaa Laamuutti buufamuun ibsame

Hojiin Komeedii “One Battle After Another” Badhaasa Oskaarii 6 injifate irratti, dhimmi AI ijoo marii ta’e

AMN PLUS- Bitootessa 07/2018 Pool Toomaas Andarsan daayirektarummaan komeediin hojjate “One Battle After Another” jedhuun Badhaasa Akkaadaamii Oskaar 98ffaa 13’f kaadhimamee, 6 injifachuun hirmaattota sagantaa kanaa ajaa’ibsiisuun, waarii Oskaarii addaa…

Continue ReadingHojiin Komeedii “One Battle After Another” Badhaasa Oskaarii 6 injifate irratti, dhimmi AI ijoo marii ta’e

‎Pirezidaantiin duraanii Senegaal Maakii Saal Barreessaa Olaanaa Dhaabbata Mootummaa Gamtoomanii ta’uuf kaadhimaman.

‎AMN PLUS - Guraandhala 25/2018 ‎Pirezidaantiin duraanii Senegaal Maakii Saal Barreessaa Olaanaa Dhaabbata Mootummaa Gamtoomanii ta'uuf durateessuu Gamtaa Afriikaa yeroo ammaa Burundiidhaan kaadhimamuun dorgommii keessa seenuu himame. ‎Maakii Saal waggoota…

Continue Reading‎Pirezidaantiin duraanii Senegaal Maakii Saal Barreessaa Olaanaa Dhaabbata Mootummaa Gamtoomanii ta’uuf kaadhimaman.

Balballoomii Miidiyaalee Addunyaa: Daawwannaa Seena-Qabeessa Gaaffiin Ulaa Galaanaa Itti Dhiyaate

AMN PLUS- Guraandhala 11/2018 Miidiyaaleen Idil addunyaa waa’ee daawwannaa pirezidaantiin Turkiyyee Rajiib Xayib Erdowaan Itoophiyaa Finfinneetti taasisan balballoomsaa jiru. Ministirri Muummee Itoophiyaa Abiyyi Ahimad (PhD) fi Pirezidaantiin Turkiyyee Rajiib Xayyib…

Continue ReadingBalballoomii Miidiyaalee Addunyaa: Daawwannaa Seena-Qabeessa Gaaffiin Ulaa Galaanaa Itti Dhiyaate

Biyyootni Addunyaa Tajaajila Buufata Poolisii Nam-Maleessa (Ismaartii) Hojiirra Oolchan Isaan Kami?

AMN PLUS- Guraandhala 03/2018 Magaalaan Finfinnee fakkeenya magaalota Afrikaati yoo jennu amma ragaaleen sana mirkaneessan hedduuti jiru.  Kan jennu caalaa warreen keessa oolanii bulan guyyaa guyyaan waantoota haaraa magaalatti keessatti…

Continue ReadingBiyyootni Addunyaa Tajaajila Buufata Poolisii Nam-Maleessa (Ismaartii) Hojiirra Oolchan Isaan Kami?

Amerikaafi Raashiyaan gara marii haaraa to’annoo meeshaalee waraanaa Niwukilaaraatti hatattamaan dhufuu qabu- Antooniyoo Gutareez

AMN PLUS – Amajjii 28/2018 Barreessaa Olaanaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Gutaarez addunyaarra Meeshaalee waraana Niwukilaraa Dhibbantaa 90 ol kan hidhatan Ameerikaafi Raashiyaan hatattamaan gara marii bu’uura to’annoo Meeshaalee Niwukilaraatti…

Continue ReadingAmerikaafi Raashiyaan gara marii haaraa to’annoo meeshaalee waraanaa Niwukilaaraatti hatattamaan dhufuu qabu- Antooniyoo Gutareez

Taayilaan Badhaasa Giraamii Waggaa walitti aanu 2ffaaf injifatte

AMN PLUS- Amajjii 25/2018 Weellistuun Afriikaa Kibbaa Taayilaan Badhaasa Giraamii 68'ffaa Ameerikaa Loos Anjelesitti adeemsifame Waggaa walitti aanu lammaffaaf injifatteetti. Taayilaa, weellistuun umurii 24 kun sirba ishee "Push 2 Start"…

Continue ReadingTaayilaan Badhaasa Giraamii Waggaa walitti aanu 2ffaaf injifatte