Miirri ana qofaatu beeka jedhu eessaanuu nun gahu- Obbo Makkiyyuu Mahaammad

‎AMN PLUS- Fulbaana 22/2018 ‎Ministeerri Aadaa fi Ispoortii Federeeshinii Atileetiksii Itoophiyaa waliin ta'uun, qophiifi raawwii Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa Tookiyoo irratti galmaa'e ilaalchisuun qaamolee dhimmi ilaallatu waliin marii taasisaa jira. ‎Saganticha…

Continue ReadingMiirri ana qofaatu beeka jedhu eessaanuu nun gahu- Obbo Makkiyyuu Mahaammad

“Eenyuyyuu biyyaan ol miti” Komaandar Atileet Silashii Sihin

AMN PLUS - Fulbaana 16/2018 Atileetotaa fi leenjistoota muraasa irratti miirri biyyaalessummaa akka gadi bu'e arginee jirra jedhan Pirezidaantiin Federeeshinii Atileetiksii Itoophiyaa Komaandar Atileet Silashii Sihin. Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaa…

Continue Reading“Eenyuyyuu biyyaan ol miti” Komaandar Atileet Silashii Sihin

Bara Haaraa ummata Goofaa ‘Yoo Masqalaafi Gaazee’ sababeeffachuun fiigichi KM 8 adeemsifame

AMN PLUS- Fulbaana 12/2018 Bara Haaraa ummata Goofaa 'Yoo Masqalaafi Gaazee' sababefachuun fiigichi daandiirraa KM 8, mata duree "Tokkummaafi Guddina godinaa koof nan fiiga" jedhuun adeemsifame. Qophessumaa FAN Itoophiyaa fi…

Continue ReadingBara Haaraa ummata Goofaa ‘Yoo Masqalaafi Gaazee’ sababeeffachuun fiigichi KM 8 adeemsifame

Jilli Biskileettii Biyyaalessaa gara Kigaaliitti imale maal jedhe?

‎AMN PLUS- Fulbaana 11/2018 ‎Jilli Biskileettii Biyyaalessaa Itooophiyaa Dorgommii Shaampiyoonaa Addunyaa Ruwaandaa Kigaaliitti adeemsifamu irratti hirmaachuuf gara sanatti Imaluu isaa Ministeerri Aadaafi Ispoortii beeksise. ‎Dorgommii Shaampiyoonaa baranaa irratti biyyootni 100…

Continue ReadingJilli Biskileettii Biyyaalessaa gara Kigaaliitti imale maal jedhe?

Meetira Kuma 5 dubartootaan Keeniyaan Warqiifi Meetii injifatte

AMN PLUS - Fulbaana 10/2018 Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaa Jaappaan magaalaa Tookiyootti gaggeeffamaa jiruun dorgommii fiigicha meetira kuma 5 dubartootaan atileetonni Keeniyaa meedaaliyaa warqee fi meetii injifataniiru. Itoophiyaa bakka bu’uun…

Continue ReadingMeetira Kuma 5 dubartootaan Keeniyaan Warqiifi Meetii injifatte

Biyaatiriis Chibeet har’a yoo injifatte riikaardii Xurunesh Dibaabaa qooddatti

AMN PLUS-Fulbaana 10/2018 Dorgommii meetira kuma 5 dubartootaan Biiyaatiriis Chibeetis har'a yoo injifatte rikaardii fageenya adda addaa lamaan warqee injifatachuu Xurunesh Dibaabaa fi lammii Keeniyaa biroo Chiiriyootin qabame ture qooddachuun…

Continue ReadingBiyaatiriis Chibeet har’a yoo injifatte riikaardii Xurunesh Dibaabaa qooddatti

Atileetotni Itoophiyaa dorgommii gulaallii lama irratti ni hirmaatu

‎AMN PLUS -Fulbaana 9/2018 ‎Shaampiyoonaan Atileetiksi Addunyaa erga eegalamee guyyaa 7ffaa isaa kan qabate yoo ta’u atileetotni Itoophiyaa fageenyawwan lamaan ni dorgomu. ‎Dhiirotaan fiigigicha gulaallii meetira 5000’tiin Itoophiyaan Haagoos G/hiwoot,…

Continue ReadingAtileetotni Itoophiyaa dorgommii gulaallii lama irratti ni hirmaatu