Atileetonni Itoophiyaa dorgommii ‘Grand slam Track ‘ 2ffaa har’a ‘USA’ Miyaamitti jalqabu irratti ni eegamu
AMN PLUS-Ebla 24/2017 Dorgommii atileetiksii Grand slam track 2ffaa har'aa eegalee guyyoota sadiif Ameerikaa Miyaamitti dorgomamu irratti atileetonni Itoophiyaa fageenya garaagaraan ni hirmaatu. Dorgommiin waggaa waggaan magaalota afur keessatti fiigamu…